Anatu Siif Beeka!

Ashaagree :- Heerri waan jedheef qofa uummatnis waan barbaadeef qofa Sidaamaan Naannoo hin ta'u.

Ana:- Kun Seeraa ol ta'uuf uummataa ol ta'uuf dhama'uu dha. Isin waan isiniif ta'u hin beektaniitii callisaa, anuma qofatu siniif beekaa dha. Abbaa Irrummaa miira gadi aantummaa keessaa burqu dha. 

Amajjii 20, 2020
Finfinnee, Oromiyaa

Comments

Popular posts from this blog

A Response to Lifetime President of Eritrea Isaias Afewerki's Remarks on Oromummaa

Oromo Nationalism and the Ethiopian Discourse: Between Misrepresentation and Democratic Aspiration

ነፍጠኝነትን የግል ርስት አድርጎ የነፍጠኛ ሥርዓት ባላደራና ጠባቂ መሆን: ከነፍጠኝነት የባሰ አሳፋሪ አረመኔያዊ (savage) ተግባር ነው!