Posts

Hundeeffama Waggaa 10ssoo - Oromiyaa Miidiyaa Networki - Ilaalchisee Waan Muraasa

Image
Hundeeffama Waggaa 10ssoo - Oromiyaa Miidiyaa Networki - Ilaalchisee Waan Muraasa Oromia Media Network industirii miidiyaa Oromoo keessatti miidiyaa fakkeenyaa guddaa miidiyaalee hedduuf tahe, miidiyaa sagalee mormiifi warraaqsa Oromoo baroota dheeraa keessatti shoora odeeffannoo dhiyeessuu adda durummaan bahachaa ture, miidiyaa Oromooti, miidiyaa Oromiyaati. Milkiiwwan gugurdoo tarreessanii fixuun ulfaatu, galmeessee jiraachuun beekamaa dha. Kan hojjetu qofti akkuma dogoggoru (kan hin hojjennee dogoggoruu hin danda'u) OMN'nis hojii keessa waan jiruuf hanqinoota qabaachuun hin oolu, dogoggoruunis hin oolu. Yeroo akkanaatis tahee yeroo kaan qoodni nurra eegamu, namni danda'u gumaachaan, kaan humnaafi dandeettii qabuun, gariin qeeqa ijaaraa tahen bira dhaabbachuu malee, dogoggora takkaafi lama sababa godhatanii itti duuluun (qeeqa diigumsaa sanuu daboo ormaaf bahuun) barbaachisaa miti. Miidiyaa olola farra Oromummaa tahan, guyyuu hordofaa, kan ofiimmoo xiqqeessuun sirrii mit...

Anatu Siif Beeka!

Ashaagree :- Heerri waan jedheef qofa uummatnis waan barbaadeef qofa Sidaamaan Naannoo hin ta'u. Ana:- Kun Seeraa ol ta'uuf uummataa ol ta'uuf dhama'uu dha. Isin waan isiniif ta'u hin beektaniitii callisaa, anuma qofatu siniif beekaa dha. Abbaa Irrummaa miira gadi aantummaa keessaa burqu dha.  Amajjii 20, 2020 Finfinnee, Oromiyaa

Ye Polotikaa ምህዳር

  የፖለትካ ጨወታችንን በፖለትካ ምህዳር ውስጥ ብቻ እናድርገው። የፖለትካ መጫወቻ ሜዳን ወደ ሰኩሪቲ ምህዳር (ሜዳ) መውሰድ ሀገሩን ከማፍረስ በምንም አይተናነስምና። ግድያ፣ እስራት፣ እንግልት ይቁም!

Dirreen Dirra Oromiyaati; Qoosaa Rifarandamii Dhiisaa!

  Dirreen Dirra Oromiyaati; Qoosaa Rifarandamii Dhiisaa! Sababa hin jirre uumanii shiraan Heerafi seeruma biyyattiin ittiin bultu cabsanii magaalota keenya takka takkaan Oromiyaa jalaa baasun bara cehumsaa keessa eegale. Dirre Dhawaan hanga jala bultii filannoon bara 1992 ABO keessaa dhibame bahe sun gaggeeffameetti Oromiyaa jalatti bulaa turte. Chartara Cehunsaa duras taanaan Dirre Dhawaan biyya Oromiyaa tahuutti beekamti.   Hogganoonni bara san magaalattii turan 'Dirre Dhawaan' filannoo bara 1992 san keessaa rarraafamtee hanga ibsi biraa bahutti mootummaa federaalaa jalatti akka bultu murtaa'uusaa 'Sabbarzeenaa' ETV'rraa dhagahuusaanii bara 2020 keessaa odeeffadheen ture. Ega gaafa saniitii eegalee kunoo magaalaan Dirre Dhawaa, handhuurri aartii Oromoofi jiddu galli Afran Qalloo, Oromiyaa jalatti hin deebine. Caaseffama Heera biyyatti cabse taatee argamti. Ammammoo biyyuma Oromoorratti orma waamanii 'rifarandamii' gaggeessina jedhu. Gaaffii Naannoon So...

ነፍጠኝነትን የግል ርስት አድርጎ የነፍጠኛ ሥርዓት ባላደራና ጠባቂ መሆን: ከነፍጠኝነት የባሰ አሳፋሪ አረመኔያዊ (savage) ተግባር ነው!

Image
  ነፍጠኝነትን የግል ርስት አድርጎ የነፍጠኛ ሥርዓት ባላደራና ጠባቂ  መሆን፣ ከነፍጠኝነት የባሰ አሳፋሪ  አረመኔያዊ (savage) ተግባር ነው! በ Dr. Tsegaye Ararssa 📌📌📌📌📌 ነፍጠኛና ነፍጠኝነት ሲወቀስ አንተን ብቻ በተለይ የሚቆጠቁጥህ ከሆነ: ወይ እራስህ "ዘመናዊ" ነፍጠኛ ነህ: ወይ የነፍጠኛ(-ገባር) ሥርዓትን መልሰህ ለማቆም የምትተጋ  ቀልባሽ (reactionary) የፖለቲካ ኃይል ነህ::  ትምክህተኛ ሲኮነን አንተን ብቻ በተለየ ሁኔታ የሚያንገበግብህ  ከሆነም: በተመሳሳይ መልኩ : ወይ የአንድ ቡድንን የበላይነት የምታቀነቅን ትምክህተኛ (chauvinist) ነህ: ወይም በትምክህት ላይ የተመሠረተ ሥርዓትና አገረ-መንግሥት ለማቆም የምትተጋ የሕዝቦች እኩልነትና ወንድማማችነት ጠላት ነህ::  እነነውር ጌጡ: ነፍጠኛነትን ለፍትህ ከሚታገሉ ተራማጅ ኃይሎች ሁሉ ጋር በአንድነት ሁነው በመኮነን አሰላለፋቸውን ከዘመኑ ጋር ከማስተካከል ይልቅ: የነፍጠኛነት ጠበቃ ሆነው: አለፍ ሲልም "ነፍጠኛ ነኝ" የሚል ጽሑፍ የተከተበበት ልብስ ለብሰው በትውልዱ ላይ ይፎክራሉ:: ይሄም ሳያንስ: "ለምን ቃሉን ታነሳሳላችሁ? ቃሉን መጠቀምም የጥላቻ ንግግር ነው" ሊሉ ይቃጣቸዋል::   ሥርዓቱ: ተግባሩና በሕዝቦች ላይ ያደረሰው መጥነ-ሰፊ ጥፋት ሳያስቆጣቸው: ቃሉን አንስተን ሥርዓቱንና ተግባሩን መኮነናችን ያስቆጣቸዋል:: ክፋትን አትኮንኑ ወይም አወድሱልን ሊሉን ይፈልጋሉ::  ክፋትን አለመኮነን: ክፉ ተግባሩንና ውጤቱን እንደ በጎነት ተቀብሎ ማጽደቅ ነው:: ከክፋት ተግባሩ ፈፃሚዎች ጋር መተባበር ነው:: ይሄ ደግሞ ግፍ ከመፈጸም አልፎ የግፍ ተጠቂዎችን ፍትህ መቅበር ነው:: ሁለት በደል ነ...

Yooyyaa

Yooyyaa! Jirra jirtuu. Kuni biloogii Ibsaa Gammadaati. Karaa kanaanis dhufuuf jirraati, quba qabaadhaa.